BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 11-12
Gara Laafina Argisiisuu Irratti Fakkeenya Yesuus Hordofaa
Amalli gara laafinaa fi namaaf gadduu Yesuus qabu baayʼee dinqisiisaa kan taʼe maaliifi?
Haalli namoota hundumaa mudate kan isa hin mudanne taʼus, Yesuus iddoo isaanii of kaaʼuudhaan dhiphinni isaanii isattis akka dhagaʼamu godheera
Inni miira isaa namoota duratti ibsuudhaaf hin qaanofne
Namoota gargaarsi isaan barbaachisu gargaaruudhaaf dursa fudhateera