LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Hagayya ful. 2
  • “Waaqayyo Hafuura Sodaa Nuuf hin Kennine”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Waaqayyo Hafuura Sodaa Nuuf hin Kennine”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • 2 Ximotewos 1:7—“Waaqayyo . . . Hafuura Sodaa Nuuf hin Kennine”
    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname
  • ‘Isin Kutaa Addunyaa Miti’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2022
  • Ximotewos Namoota Gargaaruu Barbaada Ture
    Ijoollee Keessan Barsiisaa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Hagayya ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 2 XIMOTEWOS 1-4

“Waaqayyo Hafuura Sodaa Nuuf hin Kennine”

1:7, 8

Ximotewos Kitaaba maramaa Phaawulos biraa ergamee dubbisaa jira

Dubbii Phaawulos ergamaan geggeessaa hafuura qulqulluutiin Ximotewosiif barreesse irraa jajjabina argachuu dandeenya. Misiraachichatti qaanaʼuu mannaa ‘rakkinni’ yoo nu irra gaʼe iyyuu amantii keenyaaf ija jabinaan ni falmina.

Ija jabina argisiisuun kan na barbaachisu haalawwan akkamii keessatti dha?

Obboleettiin shamarree taatee takka birooshura Madda Jireenyaa jedhamu barattoota daree ishii fi barsiisaa ishiitti argisiisaa jirti; obboleettiin takka iddoo hojiitti muka qophii ayyaana Qilleetiif taʼu bareechuu irratti hirmaachuu yeroo diddu; obboleessi tokko iddoo hojiitti dhugaa baʼaa jira
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi