LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Onkoloolessa ful. 6
  • ‘Isin Kutaa Addunyaa Miti’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Isin Kutaa Addunyaa Miti’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yohaannis 16:33—“Ani Addunyaa Moʼeera”
    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname
  • ‘Ija Jabaadhaa, Hojjedhaas!’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • “Kunoo, Leenci Gosa Yihudaa”
    “Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
  • Akkuma Kiristos Kan Abboomamtaniifi Kan Ija Jabaattan Ta’aa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Onkoloolessa ful. 6
Yesuus ergamoota isaa amanamoo taʼanitti yommuu dubbatu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 15-17

‘Isin Kutaa Addunyaa Miti’

15:19, 21; 16:33

  • Yesuus karaa kamiin iyyuu addunyaa fakkaachuu dhiisuudhaan isa moʼeera

  • Duuka buutonni Yesuus ilaalchaa fi gocha namoota addunyaa naannoo isaanii jiraniitiin xuraaʼuu irraa fagaatanii jiraachuuf ija jabinni isaan barbaachisa

  • Fakkeenya Yesuus injifataa taʼuudhaan kaaʼe irratti xiinxaluun keenya ija jabina fakkeenya isaa hordofuuf nu barbaachisu nuuf kenna

Haalawwan kamfaatu ejjennoo ani addunyaa irraa adda taʼee jiraachuuf qabu qoruu dandaʼu?

Ololli addunyaa babalʼatee jiru carraaqqii ani addunyaa irraa adda taʼuuf godhu irratti dhiibbaa kan godhu akkamitti?

Obboleessi dargaggeessi tokko sochii biyyoolessaa irratti hirmaachuu yommuu didu; obboleessi tokko hojii tokko hojjechuu yommuu didu; obboleessi tokko hiriyoota isaatiif yommuu dhugaa baʼu; obboleettiin takkaa fi abbaan manaa ishii doktara tokko yommuu haasofsiisan
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi