LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Sadaasa ful. 5
  • Sadaasa 18-24

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 18-24
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Sadaasa ful. 5

Sadaasa 18-24

MULʼATA 1-3

  • Faarfannaa 15 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ani Hojii Kee . . . Beeka”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Mulʼataa jedhamu taphachiisi.]

    • Mul 1:20—Yesuus wanta qaamni jaarsolii raawwatan guutummaatti hordofa (w12 10/15 14 key. 8)

    • Mul 2:1, 2—Yesuus wanta gumii hundumaa keessatti raawwatamu beeka (w12 4/15 29 key. 11; w01-AM 1/15 20-21 key. 20)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Mul 1:7—Yesuus ‘duumessaa wajjin yeroo dhufutti iji hundinuu kan isa argu’ akkamitti? Kan dhufu hoo yoomi? (kr 255 key. 10)

    • Mul 2:7—“Muka jireenyaa isa jannata Waaqayyoo keessa jiru irraa” nyaachuu jechuun maal jechuu dha? (w09 1/15 31 key. 1)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Mul 1:1-11 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Viidiyicha taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 3)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 4

  • “Yihowaan Wanta Nu Barbaachisu Beeka”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gabaasa Koree Barumsaa kan Bara 2017 jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 74

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3)

  • Faarfannaa 100 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi