LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Sadaasa ful. 5
  • “Ani Hojii Kee . . . Beeka”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Ani Hojii Kee . . . Beeka”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gumiin Kiristiyaanaa kan Gurmaaʼe Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Jaarsoliin Gumicha Kan Gargaaran Akkamitti?
    Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
  • ‘Warra Isin Gidduutti Hojiitti Dadhaban Ulfinaan Ilaalaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Sadaasa ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MULʼATA 1-3

“Ani Hojii Kee . . . Beeka”

1:20; 2:1, 2

  • Jaarsoliin gumii lama obboleessa tokko wajjin haasaʼaa jiru; Yesuus urjiiwwan torban sana harkasaatti qabatee jira

    “Urjiiwwan torban”: Jaarsolii dibamtoota taʼanii fi jaarsolii kaan hundas kan dabalatu dha

  • ‘Harka mirgaa Yesuus keessa’: Urjiileen kun guutummaatti toʼannaa, humnaa fi qajeelfama Yesuus jala jiru. Qaama jaarsolii keessaa namni tokko sirreeffamni kan isa barbaachisu yoo taʼe, Yesuus kana kan argu taʼuu isaa irra iyyuu yeroo fi karaa ofii isaatii murteesseen sirreeffama kana raawwata

  • “Baattuuwwan ibsaa warqii torban”: Gumiiwwan Kiristiyaanaa. Akkuma baattuuwwan ibsaa godoo qulqullaaʼaa keessa jiran ifa calaqqisiisan, gumiiwwan Kiristiyaanaas ifa dhugaa Waaqayyo biraa dhufe calaqqisiisu. (Mat 5:14) Yesuus sochii gumiiwwan hundaa toʼachuuf baattuuwwan ibsaa sana ‘gidduu deddeebiʼa’

Mulʼanni kun kan si gargaaru akkamitti?

  • Jaarsoliin yeroo qajeelfama ykn gorsa siif kennanitti

  • Gumii kee keessatti jalʼina haqaa ykn rakkina yeroo argitutti

  • Carraa argatte hundatti misiraachoo yeroo himtutti

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi