Amajjii 6-12
UUMAMA 1-2
Faarfannaa 11 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Jireenya Lafa Irra Jiru kan Uume Yihowaa Dha”: (Daq. 10)
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Uumamaa jedhamu taphachiisi.]
Uma 1:3, 4, 6, 9, 11—Wantoota guyyaa tokkoffaatii hanga sadaffaatti uumaman (it-1-E 527-528)
Uma 1:14, 20, 24, 27—Wantoota guyyaa arfaffaatii hanga jaʼaffaatti uumaman (it-1-E 528 key. 5-8)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 1:1—Kitaabni Qulqulluun waaʼee umurii lafaa maal jedha? (w15-AM 6/1 5)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 1:1-19 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Faayidaa Barumsichaa Ifa Gochuu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 13 irratti mariʼadhaa.
Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w08-AM 2/1 5—Mata Duree: Akka Uumamne Beekuun Keenya Nagaa Sammuu Nuuf Argamsiisa (th qoʼannaa 11)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Waaʼee Amantii Kee Ibsuu ni Dandeessaa?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Ogeettiin Lafee Baqaqsanii Hodhuu Waaʼee Amantii Ishii Ibsite jedhamuu fi Qorataan Bineeldotaa Waaʼee Amantii Isaa Ibse jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 81
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 12 fi Kadhannaa