LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Amajjii ful. 3
  • Waaʼee Amantii Kee Ibsuu ni Dandeessaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaʼee Amantii Kee Ibsuu ni Dandeessaa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaʼee Yihowaa Uumamarraa Caalaatti Baradhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Dargaggootaa, Amantii Keessan Cimsadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Amantii Uumaa Irratti Qabdu Cimsadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Uumamni Jaalala Yihowaa kan Mulʼisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Amajjii ful. 3
Obboleessi tokko iddoo hojii isaatti yeroo boqonnaa isaanitti namicha tokkoof Kitaaba Qulqulluu irraa caqasa tokko dubbisaa jira.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Waaʼee Amantii Kee Ibsuu ni Dandeessaa?

Namni tokko sababii Uumaan jira jettee itti amantu yoo si gaafate maal jettee deebista? Afaan kee guuttee deebii kennuuf wantoota lama gochuu qabda: Tokkoffaa, yaanni Uumaan jira jedhu dhugaa taʼuu isaa ofiif mirkaneeffachuun si barbaachisa. (Rom 12:1, 2) Achiimmoo, wanta itti amantu kana nama kan biraatiif akkamitti ibsuu akka dandeessu yaaduu qabda.—Fak 15:28.

VIIDIYOO OGEETTIIN LAFEE BAQAQSANII HODHUU WAAʼEE AMANTII ISHII IBSITE JEDHAMUU FI QORATAAN BINEELDOTAA WAAʼEE AMANTII ISAA IBSE JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Jilba namaa

    Iiran Hoof Looraansoon jijjiirama tirannaatti utuu hin taʼin, Uumaan jira jettee kan amante maaliifi?

  • Yerooslaav Doovinich.

    Yerooslaav Doovinich jijjiirama tirannaatti utuu hin taʼin Uumaan jira jedhee kan amane maaliifi?

  • Sababii Uumaan jira jettee itti amantu nama kan biraatiif ibsuu kan dandeessu akkamitti?

  • Waaqayyo wantoota hunda akka uume ofiif mirkaneessuufis taʼe warra kaaniif ibsuuf barreeffamoota jaarmiyaan Yihowaa afaan keetiin qopheesse kamfaatu jira?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi