Amajjii 13-19
UUMAMA 3-5
Faarfannaa 72 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Miidhaa Guddaa Sobni Jalqabaa Geessise”: (Daq. 10)
Uma 3:1-5—Diyaabilos maqaa Waaqayyoo balleesseera (w17.02 5 key. 9)
Uma 3:6—Addaamii fi Hewaan Waaqayyoof utuu hin ajajamin hafaniiru (w00-AM 11/15 25-26)
Uma 3:15-19—Waaqayyo finciltoota sana irratti murtii dabarseera (w12-AM 9/1 4 key. 2; w04-AM 1/1 29 key. 2; it-2-E 186)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 4:23, 24—Laamek walaloo kana kan qindeesse maaliifi? (it-2-E 192 key. 5)
Uma 4:26—Namoonni bara Enosh turan “Waaqayyoon maqaadhaan waammachuu” jalqaban kan jedhame akkamitti taʼuu dandaʼa? (it-1-E 338 key. 2)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 4:17–5:8 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Waaʼee ittiin lixa kanaa maal jaallattan? Babalʼistoonni kun deddeebii gaaffiidhaaf sagantaa qabachuu isaanii irraa hoo maal barana?
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 2 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼeef deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barruu dhiheenya baʼee fi gaaffii nama haasofsiifamu sanaaf deebii kennu tokko kenni. (th qoʼannaa 2)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Tiraaktiitti Fayyadamtanii Marii Jalqabuu kan Dandeessan Akkamitti?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo tiraaktiitti fayyadamuudhaan marii jalqabuun akkamitti akka dandaʼamu argisiisu taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 82
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 83 fi Kadhannaa