LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Amajjii ful. 4
  • Miidhaa Guddaa Sobni Jalqabaa Geessise

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Miidhaa Guddaa Sobni Jalqabaa Geessise
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Namni Tokko Si Sobee Beekaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • “Maqaan Kee Haa Qulqullaaʼu”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Dhugaa Dubbachuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Kaayyoon Waaqayyo Lafaaf Qabu Maalinni?
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Amajjii ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 3-5

Miidhaa Guddaa Sobni Jalqabaa Geessise

3:1-6, 15-19

Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Seexanni bofatti fayyadamee Hewaanitti dubbachaa jira. 2. Addaamii fi Hewaan baayʼee dulloomanii yommuu gugguufan. 3. Hidda dhalootaa bara Addaamii fi Hewaanii jalqabee jiruu fi namoota yeroo gara garaa keessa jiraatan, bifa garaa garaa qabanii fi aadaa garaa garaa qaban argisiisu.

Seexanni erga Hewaanitti soba dubbatee eegalee ilmaan namootaa gowwoomsaa jira. (Mul 12:9) Sobawwan Seexanaa armaan gadiitti ibsaman namoonni gara Yihowaatti akka hin dhihaanne kan godhan akkamitti?

  • Waaqni hin jiru

  • Waaqayyo Sillaasee isa iccitii taʼe dha

  • Waaqayyo maqaa hin qabu

  • Waaqayyo bara baraaf ibidda qilillee keessatti nama guba

  • Wanti uumamu hundi fedha Waaqayyoo ti

  • Waaqayyo ilmaan namootaaf hin yaadu

Sobawwan waaʼee Waaqayyoo dubbataman kunneen maaltu akka sitti dhagaʼamu godhu?

Maqaan Waaqayyoo akka qulqullaaʼu gochuu irratti gaʼee kee raawwachuu kan dandeessu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi