GURAANDHALA 10-16
UUMAMA 15-17
Faarfannaa 39 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yihowaan Maqaa Abraamii fi Saaraayi kan Jijjiire Maaliifi?”: (Daq. 10)
Uma 17:1—Abraam mudaa kan qabu taʼus, balleessaa malee jiraachuu dandaʼeera (it-1-E 817)
Uma 17:3-5—Maqaan Abraam gara Abrahaamitti jijjiirameera (it-1-E 31 key. 1)
Uma 17:15, 16—Maqaan Saaraayi gara Saaraatti jijjiirameera (w09-AM 2/1 13)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 15:13, 14—Cunqursaan waggaa 400f ture kan jalqabamee fi kan xumurame yoomi? (it-1-E 460-461)
Uma 15:16—Sanyiiwwan Abrahaam “dhaloota afuraffaatti” gara Kanaʼaanitti kan deebiʼan akkamitti? (it-1-E 778 key. 4)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 15:1-21 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼisaan kun gaaffiiwwanitti akka gaariitti kan fayyadame akkamitti? Fakkeenya akkamiitti fayyadamee barsiise?
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Misiraachoo jedhamu erga kenniteefii booda, barumsa 3ffaa irratti hundaaʼuudhaan qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 6)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Hiriyoonni Gaaʼelaa, Gaaʼela Isaanii Cimsuu kan Dandaʼan Akkamitti?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Hiriyoonni Gaaʼelaa Walitti Dhufeenya Isaanii Cimsuu kan Dandaʼan Akkamitti? jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq 30) jy boq. 86 key. 1-7
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 130 fi Kadhannaa