LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Guraandhala ful. 6
  • Guraandhala 17-23

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 17-23
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Guraandhala ful. 6

Guraandhala 17-23

UUMAMA 18-19

  • Faarfannaa 1 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “‘Abbaan Firdii Guutummaa Biyya Lafaa’ Sodoomii fi Gomoraa Balleesse”: (Daq. 10)

    • Uma 18:23-25—Abrahaam, Yihowaan yeroo hunda firdii qajeelaa taʼe akka kennu amanannaa qaba ture (w17.04 18 key. 1)

    • Uma 18:32—Yihowaan namoonni qajeeloon kudhan qofti illee yoo argaman magaalaa Sodoom akka hin balleessine dubbateera (w18.08 30 key. 4)

    • Uma 19:24, 25—Jiraattonni magaalaa Sodoomii fi Gomoraa baayʼee hamoota waan turaniif Yihowaan magaalota lamaan kana balleesseera (w10 11/15 26 key. 12)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 18:1, 22, NW—“Yihowaan” Abrahaamitti kan “mulʼatee” fi isa ‘biratti kan hafe’ akkamitti? (w88-E 5/15 23  key. 4-5)

    • Uma 19:26—Haati manaa Loox “utubaa soogiddaa” kan taate maaliifi? (w19.06 20 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 18:1-19 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼisaan kun caqasicha akka gaariitti kan beeksise akkamitti? Barumsa caqasichaa ifa kan godhe akkamitti?

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii Jalqabaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis Kitaaba Maal Nu Barsiisa jedhamu kenniitii fakkii fuula 98 irra jiru irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 35

  • “Buukleetii Kitaaba Qulqulluu Guyyaa Guyyaan Qoruu Jedhamu Irraa Fayyadamaa Jirtuu?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Addunyaa hin Jaallatinaa (1Yo 2:15) jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 86 key. 8-17

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 125 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi