LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Ebla ful. 6
  • Ebla 27–Caamsaa 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 27–Caamsaa 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Ebla ful. 6

Ebla 27–Caamsaa 3

UUMAMA 34-35

  • Faarfannaa 28 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Miidhaa Hiriyummaa Gadheen Geessisu”: (Daq. 10)

    • Uma 34:1—Dhineen deddeebitee dhaquudhaan dubartoota Kanaʼaan ilaalti turte (w97-AM 2/1 30 key. 4)

    • Uma 34:2—Sheekem Dhinee dirqisiisee gudeede (lv 103 key. 14)

    • Uma 34:7, 25—Simiʼoonii fi Leewwiin Sheekemii fi dhiirota magaalatti keessa jiran hunda ni ajjeesan (w09-AM 9/1 21 key. 1-2)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 35:8—Dibooraan eenyu turte? Ishii irraa hoo barumsa akkamii arganna? (it-1-E 600 key. 4)

    • Uma 35:22-26—Hiddi dhalootaa gara Masiihichaatti geessu mirga angafummaa wajjin kan wal hin qabanne akka taʼe akkamitti beekna? (w17.12 14)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 34:1-19 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Elsaan garaa dubartii haasofsiiftuu tuquuf carraaqqii kan goote akkamitti? Kitaaba Maal Nu Barsiisa jedhamutti fayyadamnee qoʼannaa jalqabsiisuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 13)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) fg barumsa 4 key. 6-7 (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 40

  • “Waaqayyolii Ormaa kan Qabdan Of Gidduudhaa Baasaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Diyaabilosiin Mormaa’ jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq 30) jy boq. 95

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 131 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi