LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Ebla ful. 6
  • Miidhaa Hiriyummaa Gadheen Geessisu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Miidhaa Hiriyummaa Gadheen Geessisu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Namoota Yihowaa Jaallatan Wajjin Yeroo Dabarsaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Warra Waaqayyo Jaallatu Jaallachuu
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2022
  • Yihowaan Maal Nu Irraa Barbaada?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Ebla ful. 6
Obboleessi tokko hojii booda namoota isa wajjin hojjetan wajjin dhugaatii dhugaa jira. Yommuu isaan waaʼee wantoota isaan hawwatan kanneen akka uffannaa, taphawwan viidiyoo, qarshii fi meeshaalee elektirooniksii dubbatan xiyyeeffannaadhaan isaan dhaggeeffachaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 34-35

Miidhaa Hiriyummaa Gadheen Geessisu

34:1, 2, 7, 25

Ollaawwan keenya, namoonni wajjin hojjennu ykn barannu amalawwan gaggaarii tokko tokko qabu jechuun hiriyoota gaarii taʼuu dandaʼu jechuudhaa? Namni tokko hiriyaa gaarii taʼuu akka dandaʼuu fi hin dandeenye beekuuf maaltu nu gargaara?

  • Hiriyummaan isaan wajjin qabu walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabu akkan cimsu na gargaaraa?

  • Wanti haasaʼan jireenya isaanii keessatti wanti iddoo guddaa kennaniif maal akka taʼe argisiisa?—Mat 12:34

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Hiriyummaan koo walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabu irratti dhiibbaa akkamii gochaa jira?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi