LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Hagayya ful. 3
  • Namoota Yihowaa Jaallatan Wajjin Yeroo Dabarsaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Namoota Yihowaa Jaallatan Wajjin Yeroo Dabarsaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaa Sodaachuu kan Qabnu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Yihowaan Gocha Ija Jabinaan Raawwatamu ni Eebbisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Dargaggoota, Jireenya Akkamii Jiraachuu Barbaaddu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Michoota Kee Ogummaadhaan Filadhu
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Hagayya ful. 3

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Namoota Yihowaa Jaallatan Wajjin Yeroo Dabarsaa

Namoota Yihowaa jaallatan wajjin yeroo dabarsuu kan qabnu maaliifi? Sababiin isaas hariiroon nuti uumnu dhiibbaa gaariis taʼe gadhee nu irraan geessisuu dandaʼa. (Fak 13:20) Fakkeenyaaf, Yoʼaas Mootichi, yeroo Yoyaadaa isa Luba Ol Aanaa ture wajjin dabarse hundatti “waan Waaqayyoon gammachiisu hojjechaa ture.” (2Sen 24:2) Yoyaadaan erga duʼee booda garuu, Yoʼaas hariiroo gadhee uumeen kan kaʼe Yihowaa irraanfateera.—2Sen 24:17-19.

Phaawulos Dh.K.B. jaarraa jalqabaatti gumii Kiristiyaanaa ‘mana guddaa tokkotti,’ miseensota gumii immoo “qodaa” ykn meeshaalee mana keessaatti fakkeesseera. Miseensota maatii keenya ykn miseensota gumii keenyaa dabalatee namoota wanta Yihowaa hin gammachiisne raawwatan irraa yoo fagaanne “miʼa tajaajila ulfinaatiif oolu” taanee itti fufuu dandeenya. (2Xi 2:20, 21) Kanaafuu, namoota Yihowaa jaallatanii fi akka isa tajaajillu nu jajjabeessan hiriyoota godhachuu keenya itti haa fufnu.

VIIDIYOO HIRIYUMMAA GADHEE IRRAA FAGAACHUU BARADHAA JEDHU ILAALAA; ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Utuu nutti hin beekamin namoota gaarii hin taanee wajjin yeroo dabarsuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Viidiyoo kana irratti, wanti Kiristiyaanota sadan kana hiriyummaa gadhee irraa fagaachuuf isaan gargaare maali dha?

  • Qajeelfamawwan Kitaaba Qulqulluu kamfaatu ogummaadhaan michoota gaarii filachuuf nu gargaaru?

Joon maamiltootaaf wayinii buusaa jira; Kiristiin weebsaayitii hawaasaa ilaalaa jirti; Jeedan geemii taphachaa jira; Joon maatii isaa wajjin, Kiristiinii fi Jeedan gumii irra utuu jiranii

Ani nama ‘miʼa tajaajila ulfinaatiif ooludhaa’?—2Xi 2:21

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi