LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Sadaasa ful. 5
  • Yihowaan Maal Nu Irraa Barbaada?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Maal Nu Irraa Barbaada?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Miikiyaas 6:8—‘Gad of Qabuudhaan Waaqa Kee Wajjin Deddeebi’i’
    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname
  • “Qulqulloota Taʼuu Qabdu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2022
  • Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti
    Dammaqaa!—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Sadaasa ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MIIKIYAAS 1-7

Yihowaan Maal Nu Irraa Barbaada?

6:6-8

Yihowaan dadhabina keenya waan hubatuuf, matumaa wanta gochuu dandeenyu caalaa akka raawwannu nu irraa hin eegu. Akka ilaalcha Waaqayyootti, hariiroon obboloota keenyaa wajjin qabnu, kutaa waaqeffannaa dhugaa keessaa isa guddaa dha. Yihowaan aarsaa keenya akka fudhatu yoo barbaanne, obboloota keenya jaallachuu fi isaan kabajuu qabna.

Namni Isra⁠a⁠ʼel daldala irratti haqa qabeessa t⁠a⁠ʼuun isaa fi akkaataa inni haadha manaa isaa itti qabu aarsaa horii inni dhiheessu akka fudhatamu ykn akka hin fudhatame gochuu dand⁠a⁠ʼa
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi