LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g22 Lakk. 1 ful. 16
  • Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti
  • Dammaqaa!—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2022
  • Addunyaa Tasgabbii hin Qabne—Dandamachuu ni Dandeessa
    Dammaqaa!—2022
  • Gaaʼela Gammachuu Qabuuf: Ilaalchi Keessan Garaagara Yommuu Taʼu
    Gargaarsa Maatiidhaaf Taʼu
  • Gaaʼela Gammachuu Qabuuf: Jaalala Argisiisaa
    Gargaarsa Maatiidhaaf Taʼu
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2022
g22 Lakk. 1 ful. 16

Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti

Addunyaan kun tasgabbii hin qabu. Tokkoon tokkoon keenya dhiheenyattis taʼe yeroo booda balaa uumamaa fi balaa namtolcheetiin kan kaʼe rakkinni nurra gaʼuun isaa hin oolu. Maarree, atii fi maatiin kee rakkina ilmaan namootaarra gaʼaa jiru dandamachuu kan dandeessan akkamitti? Wantoota armaan gadii gochuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu:

1 | Fayyaa Kee Eeggachuu

A variety of healthful foods on a table.

2 | Qabeenya Kee Eeggachuu

Anaaxiin tokko mukatti mismaara rukutaa jira.

3 | Hariiroo Namoota Wajjin Qabduuf Of Eeggachuu

Hiriyoonni gaaʼelaa maanguddoota taʼanii fi gammachuu qaban tokko wal hammatanii jiru.

4 | Abdii Kee Cimsachuu

Kitaabni Qulqulluun tokko banamee minjaalarra kaaʼamee jira.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi