LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Sadaasa ful. 6
  • Sadaasa 27–Muddee 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 27–Muddee 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Sadaasa ful. 6

Sadaasa 27–Muddee 3

NAAHOM 1–ANBAAQOM 3

  • Faarfannaa 129 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 3 ykn isaa gad)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Karaa Hafuuraa Dammaqoo fi Qophaaʼoo Taʼaa Jiraadhaa”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Naahom jedhamu taphachiisi.]

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Anbaaqom jedhamu taphachiisi.]

    • An 2:1-4—Guyyaa murtii Yihowaa irraa ooluuf, guyyicha ‘eeggachuu’ qabna (w07-AM 11/15 10 key. 4-6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 8)

    • Naho 1:8; 2:6—Nanawween kan balleeffamte akkamitti? (w07-AM 11/15 9 key. 2)

    • An 3:17-19—Armaagedoon duraa fi yeroo Armaagedoonitti rakkinni nu irra gaʼuu dandaʼus, amanannaa akkamii qabaachuu dandeenya? (w07-AM 11/15 10 key. 11)

    • Dubbisni Kitaaba Qulqulluu torban kanaa waaʼee Yihowaa maal si barsiise?

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa kan biraa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) An 2:15–3:6

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Guyyaa Jalqabaa: (Daq. 2 ykn isaa gad) hf—Deebitee dhaquudhaaf haala mijeessi.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) hf—Birooshurichi yeroo darbe kennameera. Akkamitti deddeebii gaaffii gochuun akka dandaʼamu argisiisi.

  • Haasaa: (Daq. 6 ykn isaa gad) w16.03 23-25—Mata duree: Gumii Kee Keessatti Gargaarsa Gochuu ni Dandeessaa?

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 21

  • “Haalli Keessan Jijjiiramus Karaa Hafuuraa Dammaqoo fi Qophaaʼoo Taʼaa Jiraadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Naannoo Keenya Jijjiirrus Haala Hafuuraa Keenya Eeguu (kutaa viidiyoo KITAABA QULQULLUU jalaa argama) jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) kr boq. 15 key. 1-8

  • Irra Deebii fi Yaada Gabaabaa Barumsa Torban Itti Aanuu (Daq. 3) Barreeffamni jiʼa Muddeetti raabsamu Dammaqaa! isa mata dureen isaa “Addunyaan Toʼannaadhaa Ala Dhaa?” jedhu taʼuu isaa gumiitti beeksisi. Viidiyoon ittiin lixa barruu kanaa walgaʼii torban itti aanu godhamu irratti kan irratti mariʼatamu siʼa taʼu, Sadaasa 30 kaasee JW Library irratti ni baʼa. Babalʼistoonni hamma dandaʼan barruu kana balʼinaan raabsuuf carraaqqii gochuu qabu.

  • Faarfannaa 73 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi