LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Caamsaa ful. 2
  • Caamsaa 4-10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 4-10
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Caamsaa ful. 2

Caamsaa 4-10

UUMAMA 36-37

  • Faarfannaa 114 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Hinaaffaa Sirrii hin Taaneen kan Kaʼe Yoseef Irra Miidhaan Gaʼeera”: (Daq. 10)

    • Uma 37:3, 4—Abbaan isaanii hunda caalaa Yoseefiin waan jaalatuuf obboloonni isaa isa jibban (w14-AM 8/1 12-13)

    • Uma 37:5-9, 11—Abjuun Yoseef arge obboloonni isaa caalaatti akka isatti hinaafan godhe (w14-AM 8/1 13 key. 2-4)

    • Uma 37:23, 24, 28—Obboloonni Yoseef isatti hinaafuun isaanii gocha gara jabinaa akka isa irratti raawwatan isaan godheera

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 36:1—Esaawuuf maqaan lammaffaa Edoom jedhu kan kenname maaliifi? (it-1-E 678)

    • Uma 37:29-32—Obboloonni Yoseef uffata Yoseef tatarsaʼee fi dhiigaan cuuphame Yaaqoobitti kan argisiisan maaliifi? (it-1-E 561-562)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 36:1-19 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Salphaatti kan Namaa Galu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 17 irratti mariʼadhaa.

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w10 9/15 14 key. 11-13—Mata Duree: Kooraa fi Hinaaffaa Moʼuu kan Dandeenyu Akkamitti? (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 126

  • “Qophooftaniittuu?”: (Daq. 15) Maree jaarsa gumii tokkoon dhihaatu. Viidiyoo Balaawwan Uumamaatiif Qophooftaniittuu? jedhamu taphachiisi. Kan jiru yoo taʼe, yaadachiisa waajjira damee irraa qaama jaarsoliitiif ergame itti dabali.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 96

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 136 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi