LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Caamsaa ful. 2
  • Hinaaffaa Sirrii hin Taaneen kan Kaʼe Yoseef Irra Miidhaan Gaʼeera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hinaaffaa Sirrii hin Taaneen kan Kaʼe Yoseef Irra Miidhaan Gaʼeera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Hinaaffaa Gaaʼela Keessatti Uumamurraa Fagaachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?
    Gargaarsa Maatiidhaaf Taʼu
  • Akka Obboloota Yoseef Namatti Hinaaftee Beektaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Tokkummaan Waaqeffannaa Dhugaa Addaan Baasee Beeksisa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • “Anatu Iddoo Waaqayyootti Ilaalamaa Ree?”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Caamsaa ful. 2
Obboloonni Yoseef Yoseefiin qabanii boolla bishaanii gogaa taʼe keessa buusuuf jedhu. Obboleessi isaanii tokko immoo uffata isaa qabatee jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 36-37

Hinaaffaa Sirrii hin Taaneen kan Kaʼe Yoseef Irra Miidhaan Gaʼeera

37:3-9, 11, 23, 24, 28

Seenaan Yoseef hinaaffaan sirrii hin taane miidhaa akkamii akka geessisu nu hubachiisa. Sababa hinaaffaa sirrii hin taane kam iyyuu balleessuu itti qabnu caqasoota isa wajjin deeman waliin walitti firoomsaa.

CAQASA

  • 1Sa 18:8, 9

  • Fak 14:30

  • 2Qo 12:20

  • Gal 5:19-21

SABABA

  • Namoonni hinaafan Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalani

  • Hinaaffaan nagaa fi tokkummaa gumichaa booressa

  • Hinaaffaan karaa qaamaa nu miidha

  • Hinaaffaan amaloota gaarii warri kaan qaban akka hin argine nu dhowwa

Akka hinaafnu kan godhan haalawwan akkamii taʼuu dandaʼu?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi