LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Waxabajjii ful. 7
  • Waxabajjii 29–Adoolessa 5

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 29–Adoolessa 5
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Waxabajjii ful. 7

Waxabajjii 29–Adoolessa 5

BA’UU 4-5

  • Faarfannaa 3 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Ani Yommuu Dubbattu Sii Wajjin Nan Taʼa”: (Daq. 10)

    • Bau 4:10, 13—Museen hojii isaaf kenname hojjechuuf gaʼumsa akka hin qabne isatti dhagaʼamee ture (w10 10/15 13-14)

    • Bau 4:11, 12, NW—Yihowaan Musee akka gargaaru waadaa isaaf galeera (w14 4/15 9 key. 5-6)

    • Bau 4:14, 15—Yihowaan, Aaron Musee akka gargaaruuf qophii godheera (w10 10/15 14)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 4:24-26—Siiforaan Yihowaadhaan, “Ati anaaf dhirsa misirroo dhiigaa ti” kan jette maaliif taʼuu dandaʼa? (w04-AM 3/15 28 key. 4)

    • Bau 5:2—Faraʼoon, ani Yihowaa hin beeku jedhee yeroo dubbatu maal jechuu isaa ture? (it-2-E 12 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 4:1-17 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis namni sun walgaʼii irratti akka argamu affeeri. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis barreeffama ittiin qoʼachiisnu tokko kenni. (th qoʼannaa 4)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 100-102 key. 15-16 (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 61

  • “Maree Fakkeenya Taʼutti Fayyadamuu kan Dandeenyu Akkamitti?”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • “Lallabuu fi Barsiisuu ni Dandeessu!”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Ija Jabeeyyii Taʼaa . . . Babalʼistoonni jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 104

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 2 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi