LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Onkoloolessa ful. 2
  • Onkoloolessa 5-11

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 5-11
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Onkoloolessa ful. 2

Onkoloolessa 5-11

BAʼUU 31-32

  • Faarfannaa 45 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqolii Tolfamoo Waaqeffachuu Irraa Baqadhaa”: (Daq. 10)

    • Bau 32:1—Haalli rakkisaan nu mudachuun isaa waaqolii kan biroo tajaajiluuf sababii hin taʼu (w09 5/15 11 key. 11)

    • Bau 32:4-6—Israaʼeloonni waaqeffannaa dhugaa fi waaqeffannaa sobaa waliin makaniiru (w12 10/15 25 key. 12)

    • Bau 32:9, 10—Aariin Yihowaa Israaʼeloota irratti bobaʼeera (w18.07 20 key. 14)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 31:17—Yihowaan guyyaa uumamaa torbaffaatti boqoteera jedhamuu kan dandaʼu akkamitti? (w19.12 3 key. 4)

    • Bau 32:32, 33—Yaanni “namni takkaa fayye, yeroo hundumaaf fayyeera” jedhu barumsa sobaa taʼuu isaa akkamitti beekna? (w87-E 9/1 29)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 32:15-35 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Bashaatuun gaaffiiwwanitti akka gaariitti kan fayyadamte akkamitti? Deddeebii gaaffiitiif haala kan mijeessite akkamitti?

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu erga beeksistee booda (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 9)

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w10 5/15 21—Mata Duree: Yihowaan Aaron Dibicha Warqee Tolchuusaatti Utuu Isa hin Adabin kan Hafe Maaliifi? (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 36

  • “Hariiroo Yihowaa Wajjin Qabdaniif Bakka Guddaa Kennaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Hariiroo Yihowaa Wajjin Qabdan Eeggadhaa (Qol 3:5) jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 128, 129, 130 fi saanduqa Garaffii

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 15 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi