LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Onkoloolessa ful. 2
  • Waaqolii Tolfamoo Waaqeffachuu Irraa Baqadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqolii Tolfamoo Waaqeffachuu Irraa Baqadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqeffannaan Keenya Waaqayyoon Akka Gammachiisu Gochuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Yihowaan Tuuta Uummataa Guddaa Eenyu Illee Lakkaaʼuu hin Dandeenye ni Eebbisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Waaqeffannaa Dhugaan Gammachuu Siif Argamsiisa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Fakkeenya Yesus Hordofuudhaan Waaqeffannaa Fudhatama Qabu Dhiheessaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Onkoloolessa ful. 2
Israaʼeloonni dibicha warqii tokkotti naannaʼanii shubbisaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BAʼUU 31-32

Waaqolii Tolfamoo Waaqeffachuu Irraa Baqadhaa

32:1, 4-6, 9, 10

Yaanni warri Gibxii waaqolii tolfamoo waaqeffachuuf qaban ilaalcha Israaʼelootaa irratti dhiibbaa geessisee taʼuu hin oolu. Yeroo harʼaatti, waaqa tolfamaa waaqeffachuun bifa adda addaa qabaachuu dandaʼa; tokko tokko hubachuuf rakkisaa dha. Kallattiidhaan waaqolii tolfamoo waaqeffachuu baannus, fedhiiwwan ofittummaa lubbuu guutuudhaan Yihowaa akka hin waaqeffanne gufuu akka nutti taʼu heyyamuudhaan waaqolii tolfamoo kan waaqeffannu taʼuu dandeenya.

Fakkii: Miseensonni maatii tokko jireenya isaanii guyyaa guyyaatiin qabamanii jiru. 1. Abbaan tokko mana mukaa keessatti saʼaatii dabalataa hojjechaa jira. 2. Mucaan tokko immoo geemii taphachaa jira. 3. Haati takka suuqii keessaa miʼawwan baayʼee bitaa jirti.

Sochiiwwan jireenya guyyaa guyyaa Yihowaa akka hin waaqeffanne gufuu natti taʼuu dandaʼan kamfaʼi? Sochiiwwan kun hoo akka na hin toʼanne gochuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi