LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Onkoloolessa ful. 3
  • Hariiroo Yihowaa Wajjin Qabdaniif Bakka Guddaa Kennaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hariiroo Yihowaa Wajjin Qabdaniif Bakka Guddaa Kennaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Walitti Dhufeenyi Yihowaa Wajjin Qabdu Hammam Cimaa Dha?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Warri Kaan Yihowaa Akka Jaallatan Barsiisi
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Yeroo Hunda Yihowaatti Amanamaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Wantoota Jalaa Baqachuu Qabnu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Onkoloolessa ful. 3
Fakkii: Obboleessi tokko hariiroo Yihowaa wajjin qabu cimsachaa jira. 1. Kadhachaa jira. Mallattoon xiyyaa ol garagalee jira. 2. Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jira. Mallattoon xiyyaa gad garagalee jira.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Hariiroo Yihowaa Wajjin Qabdaniif Bakka Guddaa Kennaa

Dhugaa Baatonni Yihowaa mirga addaa qabu. Kiristiyaanota of murteessinee fi cuuphamne waan taaneef, hariiroo cimaa dhuunfaatti Yihowaa isa gooftaa ol aanaa taʼee wajjin qabnu jabeeffachuu keenya itti fufna. Inni karaa Ilma isaa ofitti nu harkiseera. (Yoh 6:44) Kadhannaa keenyas ni dhagaʼa.—Far 34:15.

Maarree hariiroo cimaa Waaqayyoo wajjin qabnu eeggachuu kan dandeenyu akkamitti? Tokkoffaa, wanta dogoggoraa Israaʼeloonni raawwatan irraa fagaachuu qabna. Yihowaa wajjin kakuu erga galanii yeroo muraasa booda, warqee irraa dibicha tolfachuudhaan waaqeffachuu jalqaban. (Bau 32:7, 8; 1Qo 10:7, 11, 14) Akkana jennee of gaafanna taʼa: ‘Wanta dogoggora taʼe raawwachuuf yommuun qoramu deebii akkamiin kenna? Gochi koo hariiroon Yihowaa wajjin qabuuf bakka guddaa akkan kennu argisiisaa?’ Jaalalli cimaan Abbaa keenya isa samiitiif qabnu, wantoota inni jibbu irraa fagaachuuf nu gargaara.—Far 97:10.

VIIDIYOO HARIIROO YIHOWAA WAJJIN QABDAN EEGGADHAA (QOL 3:5) JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Sassanni maali dha?

  • Sassataa fi waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa of qusachuu kan qabnu maaliifi?

  • Ejjii fi waaqolii tolfamoo waaqeffachuun kan fakkaatu akkamitti?

  • Keessumaa obboloonni jaarmiyaa Yihowaa keessatti itti gaafatamummaa qaban fedhii hiriyoota gaaʼelaa isaanii guutuu isaanii mirkaneeffachuu kan qaban maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi