LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Onkoloolessa ful. 4
  • Onkoloolessa 12-18

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Onkoloolessa 12-18
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Onkoloolessa ful. 4

Onkoloolessa 12-18

BAʼUU 33-34

  • Faarfannaa 115 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Amalawwan Yihowaa Jaallatamoo Taʼan”: (Daq. 10)

    • Bau 34:5—Maqaa Waaqayyoo beekuu jechuun, kaayyoo isaa, gochawwan isaa fi amalawwan isaa beekuu jechuu dha (it-2-E 466-467)

    • Bau 34:6—Amalawwan Yihowaa gara isaatti nu dhiheessu (w09-AM 5/1 18 key. 3-5)

    • Bau 34:7—Yihowaan cubbamoota yaada geddarataniif dhiifama godha (w09-AM 5/1 18 key. 6)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 33:11, 20—Waaqayyo “fuulaa fuulatti, NW” Museetti dubbachaa kan ture akkamitti? (w04-AM 3/15 27 key. 5)

    • Bau 34:23, 24—Dhiironni Israaʼel ayyaanota waggaatti kabajaman sadan irratti argamuuf amantii qabaachuun kan isaan barbaachisu maaliif ture? (w98-AM 9/1 20 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 33:1-16 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda dhaggeeffattoota gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Bashaatuun faayidaa caqasichaa kan ibsite akkamitti? Dhimmicha irratti akka yaadu kan goote hoo akkamitti?

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii naannoo keessanitti baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 16)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis kitaaba Maal Nu Barsiisa? jedhamu itti argisiisiitii boqonnaa 2⁠ffaatti fayyadamuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 80

  • “Dargaggootaa—Yihowaan Michuu Keessan Isa Hunda Irra Caalu Dhaa?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dargaggootaa—“Yihowaan Gaarii Taʼuu Isaa Dhandhamaa Ilaalaa” jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 131, 132 fi saanduqa “Fannisi”

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 20 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi