LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Onkoloolessa ful. 4
  • Amalawwan Yihowaa Jaallatamoo Taʼan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amalawwan Yihowaa Jaallatamoo Taʼan
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalalli Yihowaa Inni Amanamaan Siif Hiika Akkamii Qaba?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Jaalala hin Badne
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yihowaan Jaalala Amanamaatti ni Gammada—Ati Hoo?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • “Gara Laafina Guddaa Waaqa Keenyaa”
    Yihowaatti Dhihaadhu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Onkoloolessa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BAʼUU 33-34

Amalawwan Yihowaa Jaallatamoo Taʼan

34:5-7

Museen amalawwan Yihowaa waan hubateef Israaʼelootatti obsa argisiisuu dandaʼeera. Haaluma wal fakkaatuun, nutis amalawwan Yihowaa akka gaariitti yoo hubanne, namoota hidhata amantii keenyaa taʼanitti gara laafina argisiisuu dandeenya.

  • “Ooʼa-qabeessaa fi araara qabeessa”: Akkuma warri ijoollee isaanii kunuunsan, Yihowaanis namoota isa waaqeffatan jaalalaan kunuunsa; baayʼees isaaniif ni yaada.

  • “Aariitti suuta-jedhaa”: Yihowaan tajaajiltoota isaatti obsa ni argisiisa; yeroo dogoggora raawwatanittis isaaniif obsa; akka jijjiiramaniif yeroo isaaniif kenna

  • ‘Jaalalli isaa inni amanamaan baayʼee dha, NW’: Yihowaan saba isaatiif jaalala amanamaa waan qabuuf, michummaan isaanii wajjin qabu bara baraaf itti fufa

Fakkii: Dhugaa Baatota Yihowaa amalawwan Yihowaa ni hordofu. 1. Jaarsoliin gumii lama maatii tokko bira dhaqanii yaada Kitaaba Qulqulluu nama jajjabeessu isaanitti himaa jiru. 2. Obboleettiin tokko obboleettii booʼaa jirtu tokko jajjabeessaa jirti.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Gara laafessaa fi araara qabeessa taʼuudhaan fakkeenya Yihowaa hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi