LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Onkoloolessa ful. 5
  • Yihowaan Jaalala Amanamaatti ni Gammada—Ati Hoo?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Jaalala Amanamaatti ni Gammada—Ati Hoo?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaalalli Yihowaa Inni Amanamaan Siif Hiika Akkamii Qaba?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Jaalala Amanamaa Yihowaa Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yeroo Hunda Amanamoo Taʼuu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Jaalala Yihowaadhaaf Qabnu Argisiisuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Onkoloolessa ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOSE’AA 1-7

Yihowaan Jaalala Amanamaatti ni Gammada—Ati Hoo?

Jaalalli amanamaan, jaalala waadaa, ejjennoo cimaa, amanamummaa fi walitti dhufeenya cimaa irratti hundaaʼe dha. Yihowaan jaalala amanamaa fi dhiifama gochuu barsiisuuf, muuxannoo Hoseʼaa fi haadha manaa isaa amanamtuu hin taane Goomeritti fayyadameera.—Hos 1:2; 2:7; 3:1-5.

Goomer

Goomer jaalala amanamaa akka hin qabne kan argisiiste akkamitti?

Israaʼelonni waaqayyolii kaaniif sagadaa jiru

Sabni Israaʼel jaalala amanamaa akka hin qabne kan argisiise akkamitti?

Hoseʼaan deebisee Goomeriin fuudhe

Hoseʼaan jaalala amanamaa kan argisiise akkamitti?

Yihowaan jaalala amanamaa kan argisiise akkamitti?

IRRATTI XIINXALI: Yihowaatti jaalala amanamaa argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi