LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Sadaasa ful. 2
  • Sadaasa 2-8

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 2-8
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Sadaasa ful. 2

Sadaasa 2-8

BAʼUU 39-40

  • Faarfannaa 89 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Museen Qajeelfama Isaaf Kenname Of Eeggannoodhaan Hordofeera”: (Daq. 10)

    • Bau 39:32—Museen, ijaarsa godoo qulqullaaʼaa ilaalchisee qajeelfama isaaf kenname of eeggannoodhaan hordofeera (w11 9/15 27-28 key. 13)

    • Bau 39:43—Museen godoo qulqullaaʼaa ijaaramee xumurame ni ilaale

    • Bau 40:1, 2, 16—Museen akkuma Yihowaan qajeelfama isaaf kennetti godoo qulqullaaʼaa ni dhaabe (w05-AM 7/15 26-27 key. 3)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Bau 39:34—Israaʼeloonni raroo hoolaa bishaanii godoo qulqullaaʼaadhaaf taʼu kan argatan akkamitti taʼuu dandaʼa? (it-2-E 884 key. 3)

    • Bau 40:34—Duumessi, dunkaana itti wal gaʼan uwwisuun isaa maal kan argisiisu ture? (w15 7/15 21 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Bau 39:1-21 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu. Namni haasofsiisnu waaʼee siyaasaa ykn dhimma hawaasaa yoo kaase, nuyi kutaa addunyaa kanaa akka hin taane argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Gaaffii namni haasofsiistu, ilaalcha nuyi nama siyaasaa filannoodhaaf kaadhimame tokkoof ykn dhimma siyaasaa tokkoof qabnu ilaalchisee kaaseef deebii kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w16.04 29 key. 8-10—Mata Duree: Marii Namoota Wajjin Goonuunis Taʼe Yaada Keenyaan, Adda Taanee Itti Fufuu kan Dandeenyu Akkamitti? (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 123

  • Hubannaadhaan Dhaggeeffadhaa (Mat. 13:16): (Daq. 15) Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Hubannaadhaan dhaggeeffachuu kan qabnu maaliifi? Maarqos 4:23, 24 hiika akkamii qaba? Ibroonni 2:1 fakkeenya akkamiitiin ibsamuu dandaʼa? Hubannaadhaan dhaggeeffachaa akka jirru akkamitti argisiisuu dandeenya?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 137 fi 138

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 22 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi