LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Sadaasa ful. 3
  • Sadaasa 9-15

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sadaasa 9-15
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Sadaasa ful. 3

Sadaasa 9-15

LEWWOOTA 1-3

  • Faarfannaa 20 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Kaayyoo Aarsaawwanii”: (Daq. 10)

    • [Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Lewwootaa jedhamu taphachiisi.]

    • Lew 1:3; 2:1, 12—Kaayyoo qalma gubamuu fi kennaa midhaanii (it-2-E 525; 528 key. 4)

    • Lew 3:1—Kaayyoo qalma araaraa (it-2-E 526 key. 1)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 2:11, 12—Yihowaan, aarsaa gubamutti dammi akka hin dabalamne kan dhowwe maaliif ture? (w04-AM 5/15 21 key. 5)

    • Lew 2:13—“Kennaa . . . hundumaatti” soogidda naquun kan barbaachisu maaliif ture? (His 43:24; w04-AM 5/15 22 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lew 1:1-17 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 11)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 53

  • “Gatii ‘Saantima Xixinnoo Lamaa’”: (Daq. 15) Jaarsa gumiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu’ jedhamu taphachiisi. Xalayaa dinqisiifannaa waajjirri damee buusii gumichi waggaa darbe godheef erge dubbisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) jy boq. 139 fi Fuula 317

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 120 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi