LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Muddee ful. 2
  • Muddee 7-13

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 7-13
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Muddee ful. 2

Muddee 7-13

LEEWWOTA 10-11

  • Faarfannaa 32 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Jaalalli Yihowaadhaaf Qabnu Jaalala Maatii Keenyaaf Qabnu Irra ni Caala”: (Daq. 10)

    • Lew 10:1, 2—Yihowaan Naadaabii fi Abihuun ibidda isa hin heyyamamne waan dhiheessaniif akka duʼan godhe (it-1-E 1174)

    • Lew 10:4, 5—Reeffi isaanii iddoo buufatichaa alatti argamuutti geeffame

    • Lew 10:6, 7—Yihowaan Aaronii fi ilmaan isaa gadda isaanii akka hin ibsine isaan ajaje (w11 7/15 31 key. 16)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 10:8-11—Caqasoota kana irraa maal baranna? (w14 11/15 17 key. 18)

    • Lew 11:8—Kiristiyaanonni bineeldota Seera Musee keessatti dhowwaman nyaachuu hin qabanii? (it-1-E 111 key. 5)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lew 10:1-15 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 4) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Tolaan mormii baramaa kaʼeef deebii kan kenne akkamitti? Faarfannaa 1:1, 2tti fayyadamtanii nama tokko mariisisuu kan dandeessan akkamitti?

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Nama haasofsiistu walgaʼii irratti akka argamu waraqaa affeerrii gumii kenniif; akkasumas viidiyoo, Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu Raawwatama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 20)

  • Haasaa: (Daq. 5 ykn isaa gad) w11 2/15 12—Mata Duree: Museen Aariin Eleʼazaarii fi Itaamaaritti Aare kan Irraa Gale Akkamitti? (th qoʼannaa 12)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 51

  • “Adaba Yihowaa Deggeruudhaan Jaalala Argisiisna”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Garaa Tokkoon Amanamummaa Keessan Eeggadhaa jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) rr boq. 1 key. 15-19, saanduqa 1B

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 15 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi