LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Muddee ful. 2
  • Jaalalli Yihowaadhaaf Qabnu Jaalala Maatii Keenyaaf Qabnu Irra ni Caala

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jaalalli Yihowaadhaaf Qabnu Jaalala Maatii Keenyaaf Qabnu Irra ni Caala
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Nama Gumii Keessaa Baafame Akkamitti Ilaaluu Qabna?
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Yeroo Namni Jaallannu Yihowaa Dhiisu Haala Isaa Dandamachuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Qajeelina Jaalladhaa, Jalʼina Immoo Jibbaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Muddee ful. 2
Aaron inni Luba Ol Aanaa taʼe mooraa godoo qulqulluu keessa dhaabbatee jira. Durbiiwwan Aaron lama reeffa Naadabii fi Abihuu sireedhaan baatanii buufaticha keessaa baasaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LEEWWOTA 10-11

Jaalalli Yihowaadhaaf Qabnu Jaalala Maatii Keenyaaf Qabnu Irra ni Caala

10:1, 2, 4-7

Naadabii fi Abihuun qodaawwan ibiddaatiin ixaana aarfamu qabatanii jiru.

Yeroo namni jaallannu tokko gumiidhaa baafamu amanamummaan Yihowaadhaaf qabnu baayʼee qoramuu dandaʼa. Qajeelfamni Yihowaan Aaroniif kenne firoota keenya warra gumiidhaa baafamanii wajjin walitti dhufeenya qabnu addaan kutuu akka qabnu ifatti argisiisa. Jaalalli Yihowaadhaaf qabnu jaalala miseensota maatii keenyaa warra amanamoo hin taaneef qabnu irra kan caalu taʼuu qaba.

Namoonni qajeelfama Yihowaan namoota gumiidhaa baafaman ilaalchisee kenne hordofan eebbawwan akkamii argatu?—1Qo 5:11; 2Yo 10, 11

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi