LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Muddee ful. 5
  • Muddee 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Muddee ful. 5

Muddee 21-27

LEEWWOTA 14-15

  • Faarfannaa 122 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Waaqeffannaa Qulqulluun Qulqulluu Taʼuu Gaafata”: (Daq. 10)

    • Lew 15:13-15—Dhiironni xuraaʼummaa irraa of qulqulleessuu qabu turan (it-1-E 263)

    • Lew 15:28-30—Dubartoonni xuraaʼummaa irraa of qulqulleessuu qabu turan (it-2-E 372 key. 2)

    • Lew 15:31—Yihowaan sabni isaa waaqeffannaa qulqulluu akka isaaf dhiheessan barbaada (it-1-E 1133)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 14:14, 17, 25, 28—Sirna qulqulleessuu nama dhukkuba nadaayii irraa qulqullaaʼeef geggeeffamu irraa barumsa akkamii argachuu dandeenya? (it-1-E 665 key. 5)

    • Lew 14:43-45—Seerri dhukkuba nadaayii cimaa mana keessatti uumamu ilaalchisee kenname waaʼee Yihowaa Israaʼelota maal barsiise? (g-AM 1/06 14, saanduqa)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Lew 14:1-18 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barruu dhimma namni haasofsiistu kaase wajjin deemu kenniif. (th qoʼannaa 16)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu? jedhamu erga beeksistee booda irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 11)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) fg barumsa 11 key. 6-7 (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 76

  • “Barruuleetti Fayyadamuu Keessan Itti Fufaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 5) Viidiyoo jiʼa Muddeetiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30 ykn isaa gad) rr boq. 2 key. 10-18

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 118 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi