LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Muddee ful. 5
  • Waaqeffannaa Qulqulluun Qulqulluu Taʼuu Gaafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqeffannaa Qulqulluun Qulqulluu Taʼuu Gaafata
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyo Namoota Qulqulluu Ni Jaallata
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Tajaajiltoonni Waaqayyoo Qulqulluu Ta’uu Qabu
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
  • Yihowaan Sabni Isaa Qulqulluu Akka Taʼan Barbaada
    Jaalala Waaqayyoo Keessa Jiraadhaa
  • Waaqeffannaan Dhugaa Deebiʼee Hundeeffame!
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Muddee ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LEEWWOTA 14-15

Waaqeffannaa Qulqulluun Qulqulluu Taʼuu Gaafata

15:13-15, 28-31

Jaalala Waaqayyoo keessa jiraachuu keenya itti fufuuf, karaa keessaas taʼe karaa alaa qulqulluu taʼuu qabna. Kana jechuun addunyaan naannoo keenya jiru hammam iyyuu yoo mancaʼe, ulaagaa Yihowaan karaa qaamaa, karaa miiraa fi karaa hafuuraa qulqulluu taʼuu ilaalchisee baase amanamummaadhaan eegna jechuu dha. Wanta Abbaan keenya inni samii xuraaʼaa akka taʼetti ilaalu akkamii iyyuu hin tuqnu.

Suuraawwan garaa garaa: Suuraawwan xuraaʼummaa addunyaa argisiisan. 1. Qeesiin tokko loltootaaf kadhachaa jira. 2. Qeesiin tokko sirna gaaʼelaa dhiirota lama gidduutti godhamu geggeessaa jira. 3. Fakkii mootonni ykn ogeeyyiin Yesus isa reefuu dhalate siree horiin irraa nyaatan keessa ciisee utuu jiruu argisiisuu fi mukti qophii ayyaana Qilleetiif taʼu argisiisaaf gabaa sochiin itti baayʼatu keessa taʼanii jiru.

Ulaagaa addunyaa kanaa hordofuu irraa fagaachuun koo kan na fayyadu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi