LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 2
  • Amajjii 4-10

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 4-10
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 2

Amajjii 4-10

LEEWWOTA 18-19

  • Faarfannaa 122 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Karaa Naamusaa Qulqulluu Taʼaa Jiraadhaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lew 19:9, 10—Seerri kun Waaqayyo hiyyeeyyiidhaaf akka yaadu kan argisiisu akkamitti? (w06 7/1 6-7 key. 11)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lew 18:1-15 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kadhannaa—Fr 65:2 taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irra jiran dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)

  • Haasaa: (Daq. 5) w02-AM 2/1 29—Mata Duree: Kiristiyaanonni Yeroo Harʼaa Jiran Seerawwan Gaaʼela Firoottan Gidduutti Raawwatamu Ilaalchisee Seera Musee Keessatti Kennaman Hundumaa Eeguu Qabuu? (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 134

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Ijoollee Keessan Eegaa: (Daq. 5) Haasaa jaarsa gumiitiin dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis barumsa viidiyicha irraa argannu addeessi.—Fak 22:3.

  • “Warra kan Taatan, Wanta Beekuun Isaan Barbaachisu Ijoollee Keessaan Barsiisaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Mana Jabaatee Dhaabatu Ijaaraa—Ijoollee Keessan “Wanta Hamaa” Irraa Eegaa jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 2 key 28-31, saanduqa 2A fi 2B

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 96 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi