BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Karaa Naamusaa Qulqulluu Taʼaa Jiraadhaa
Yihowaan amala namoota addunyaa kanaa irraa adda taʼe akka argisiisnu nu irraa eega (Lew 18:3; w19.06 28 key. 1)
Yihowaan saalqunnamtii namoota fira dhihoo taʼan gidduutti, namoota saala walfakkaatu qaban gidduuttii fi beelladoota wajjin raawwatamu dhowweera (Lew 18:6, 22, 23; w17.02 20 key. 13)
Yihowaan addunyaa xuraaʼaa kana ni balleessa (Lew 18:24, 25; Fak 2:22; w14-AM 7/1 7 key. 2)
Seexanni addunyaa haaraa Waaqayyo nuuf qopheesseetti akka gallu hin barbaadu. Taʼus ulaagaaleen Yihowaa kiyyoo Seexanaa kam irraa iyyuu nu eegu.
Halalummaa akka jibbinu Yihowaatti argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?