LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 4
  • Yihowaan Saba Isaa Adda ni Baasa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Saba Isaa Adda ni Baasa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Eebba Yihowaa Argachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mala Gaarii Yihowaan Laficha Itti Hihhire
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Dhaala Keessan Isa Gatii Guddaa Qabuuf Eegumsa Godhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Saba Isaa Adda ni Baasa

Seerawwan Yihowaa hundumaatiif ajajamuu qabna (Lew 20:22, 23; w04-AM 10/15 11 key. 12)

Yihowaan saba isaatiif dhaala kennuuf waadaa galee ture (Lew 20:24; it-1-E 1199)

Yihowaan sabni isaa waaqeffannaa qulqulluu akka isaaf dhiheessan barbaada (Lew 20:25, 26; it-1-E 317 key. 2)

Yihowaan namoota isaa wajjin walitti dhufeenya gaarii qaban ni eebbisa. Yihowaa biratti fudhatama qabaachuuf, addunyaa naannoo keenya jiruu fi gochawwan isaa warra xuraaʼoo taʼan irraa adda baʼuu qabna.

Obboleessi miseensa Koree Hospitaalaan Wal Qunnamsiisu taʼe tokko dookmantii yaalii fayyaa doktara tokkotti kennaa jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yaaliiwwan fayyaa Yihowaa hin gammachiisnee fi irraa fagaachuun na barbaachisu kamfaʼi?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi