LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 2
  • Mala Gaarii Yihowaan Laficha Itti Hihhire

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mala Gaarii Yihowaan Laficha Itti Hihhire
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Dhaala Keessan Isa Gatii Guddaa Qabuuf Eegumsa Godhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Saba Isaa Adda ni Baasa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 2
Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Yaaqoob yeroo duʼuu jala gaʼetti ilmaan isaatti raajii himaa jira. 2. Kaartaa Biyyattii Abdachiifamte isa lafa gosoota Israaʼel 12f hihhirame argisiisu.

Yaaqoob ilmaan isaatti raajii himaa jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Mala Gaarii Yihowaan Laficha Itti Hihhire

Yihowaan carraa fayyadamee qajeelfama kenne, kana kan godhe bakka tokkoon tokkoon gosaa dhaalan argisiisuuf taʼuu dandaʼa (Iya 18:10; it-1-E 359 key. 1)

Yihowaan raajiin Yaaqoob yeroo duʼu jala gaʼetti dubbate akka raawwatamu godheera (Iya 19:1; it-1-E 1200 key. 1)

Yihowaan sabichi balʼina dhaala tokkoon tokkoon gosaa akka murteessu isaaf heyyameera (Iya 19:9; it-1-E 359 key. 2)

Lafichi karaa gosoota gidduutti hinaaffaa fi lola hin kaasneen hihhirame. Seenaan kun Yihowaan addunyaa haaraa keessatti wanta hunda akka qajeelchu amanannaa qabdu kan siif guddise akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi