Sadaasa Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Sadaasa-Muddee 2021 Sadaasa 1-7 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Mala Gaarii Yihowaan Laficha Itti Hihhire AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Jaalala Keessaniif Yihowaa ni Galateeffanna Sadaasa 8-14 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Barumsa Dogoggoraan Wal Hubachuu Irraa Argamu Sadaasa 15-21 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne Sadaasa 22-28 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Seenaa Ija Jabinaa fi Gamnummaa TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRATTI ARGATTAN GUDDIFADHAA Kadhannaadhaan Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yaada Gaarii Walgaʼii Tajaajila Dirree Buʼaa Qabeessa Taʼe Gochuuf Gargaaru Sadaasa 29–Muddee 5, 2021 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Yihowaan Saba Isaa Oolchuuf Dubartoota Lamatti Fayyadameera AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Obboleettonni Yihowaa Caalaatti Tajaajiluu kan Dandaʼan Akkamitti? Muddee 6-12 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU “Humna Qabduun Dhaqi” AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Hojii Baayʼee Ulfaataa Hafuura Qulqulluudhaan Raawwatame Muddee 13-19 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Gad of Qabuun Koora Irra ni Wayya Muddee 20-26 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Yiftaan Nama Hafuuraa Ture Muddee 27, 2021–Amajjii 2, 2022 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Barumsa Warri Maanoʼaa fi Haadha Manaa Isaa Irraa Argachuu Dandaʼan TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRATTI ARGATTAN GUDDIFADHAA Barattoonni Keessan Nyaata Hafuuraa Akka Of Sooran Isaan Barsiisaa TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI Maree Fakkeenya Taʼu