LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 14
  • Barumsa Warri Maanoʼaa fi Haadha Manaa Isaa Irraa Argachuu Dandaʼan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barumsa Warri Maanoʼaa fi Haadha Manaa Isaa Irraa Argachuu Dandaʼan
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Humna Qabduun Dhaqi”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaa Gaafachuu Keessan Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Leenjisaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Daandiin Kee Akka Milkaaʼu Gochuu kan Dandeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 14
Warri tokko kitaaba “Barsiisaa Guddicha Irraa Baradhu” jedhamu fayyadamanii ijoollee isaanii qoʼachiisaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Barumsa Warri Maanoʼaa fi Haadha Manaa Isaa Irraa Argachuu Dandaʼan

Waaqa dhugaaf amanamoo taʼuu irratti fakkeenya gaarii taʼaa (Abo 13:1, 2, 6)

Qajeelfama Yihowaa barbaadaa (Abo 13:8; w13 8/15 16 key. 1)

Ijoollee keessaniif sirreeffama kennuu irraa duubatti hin jedhinaa (Abo 14:1-4; w05-AM 3/15 25-26)

Barreeffamootaa fi viidiyoo garaa garaa warri ijoollee isaanii barsiisuuf itti fayyadaman.

Afaan keessaniin meeshaaleen warri ijoollee isaanii akka gaariitti akka guddisan isaan gargaaran kamfaatu jira?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi