LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 10
  • “Humna Qabduun Dhaqi”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Humna Qabduun Dhaqi”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jaarsoliin, Fakkeenya Giidewonirraa Baradhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Giidewoniifi Namoota 300
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Gad of Qabuun Koora Irra ni Wayya
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Barumsa Warri Maanoʼaa fi Haadha Manaa Isaa Irraa Argachuu Dandaʼan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 10
Giidewonii fi dhiironni isaa gucaa fi xurumbaa qabatanii iyyaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Humna Qabduun Dhaqi”

Yihowaan Giidewoniif hojii baayʼee ulfaataa taʼe kennee ture (Abo 6:2-6, 14)

Giidewon gaʼumsa akka hin qabnee fi hojichi akka isaaf hin malle isatti dhagaʼamee ture (Abo 6:15; w02-AM 2/15 6-7)

Giidewon jabina Yihowaan isaaf kenneen milkaaʼina argateera (Abo 7:19-22; w05-AM 7/15 16 key. 3)

Obboloonni lama durbartii takka haasofsiisuuf jedhu. Obboleessi tokko wiilcheerii isaa irra taaʼee jira obboleessii inni biraan immoo isa dhiibaa jira.

Yihowaan jabina qabnutti fayyadamnee akka isa waaqeffannu barbaada. Hafuurri isaa wanta nutti hirʼatu nuuf kennuudhaan milkaaʼina nuuf argamsiisa.—Isa 40:30, 31.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi