LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 10
  • Muddee 6-12

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Muddee 6-12
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 10

Muddee 6-12

ABBOOTII MURTII 6-7

  • Faarfannaa 38 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Humna Qabduun Dhaqi”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Abo 6:27—Fakkeenyi Giidewon tajaajila irratti nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti? (w05-AM 1/15 26 key. 6)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 6:1-16 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kitaaba Qulqulluu—Rom 15:4 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 6)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii isa bifa elektiroonikiitiin argamu akkamitti akka argatu itti argisiisi. (th qoʼannaa 15)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 104

  • “Hojii Baayʼee Ulfaataa Hafuura Qulqulluudhaan Raawwatame”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Fiilmii “Hawaasa Addunyaa Haaraa Sochii Irra Jiru” Jedhamu Qopheessuu, jedhu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 17 key. 1-8 fi viidiyoo beeksisaa

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 8 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi