LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 3
  • Seera Waaqayyoo Cabsuun Rakkina Geessisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seera Waaqayyoo Cabsuun Rakkina Geessisa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yiftaan Nama Hafuuraa Ture
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Tajaajila Leewwotaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Qajeelfama Murtii Qajeelaa Kennuuf Gargaaru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Seera Waaqayyoo Cabsuun Rakkina Geessisa

Miikiyaas haadha isaa jalaa maallaqa hateera (Abo 17:1, 2)

Miikiyaas waaqa tolfama waaqeffateera; akkasumas godoo qulqulluu Yihowaa fi sirna lubummaatiif kabaja akka hin qabne argisiiseera (Abo 17:4, 5, 12; it-2-E 390-391)

Dhuma irratti Miikiyaas harka duwwaa hafeera (Abo 18:24-26; it-2-E 391 key. 2)

Dubartiin kanaan dura Dhugaa Baatuu Yihowaa turtee fi amma mucaa godhatte jireenya yeroo Yihowaa tajaajilaa turtetti jiraachaa turte hawwaa jirti. Fuuldura ishii minjaala irra miini tamboo itti dhaamsanii fi paakeetiin tamboo jira. Namichi machaaʼe jiru soofaa irra ciiseera.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yihowaadhaaf ajajamuun kan na fayyade akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi