LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 14
  • Tajaajila Leewwotaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Tajaajila Leewwotaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqeffannaan Mana Qulqullummaa Akka Gaariitti Gurmaaʼe
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • “Ani . . . Dhaala Kee Ti”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Gaʼaa Kooti!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 14
Fakkiiwwan garaa garaa: Leewwonni hojii garaa garaa raawwachaa jiru. 1. Leewwiin tokko miʼa bishaanii sibiila diimaa irra tolfametti bishaan naqaa jira. 2. Leewwiin tokko gaarii hubboo hedduun keessa kaaʼame harkisaa jira. 3. Leewwiin tokko gateettii isaa irratti hubboo baatee jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Tajaajila Leewwotaa

Yihowaan bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa Leewwota fudhate (Lak 3:11-13; it-2-E 683 key. 3)

Leewwonni mirgawwan iddoo guddaa qaban argatanii turan (Lak 3:25, 26, 31, 36, 37; it-2-E 241)

Leewwonni umuriin isaanii waggaa 30 hanga 50 gidduu jiran yeroo guutuu tajaajilu turan (Lak 4:46-48; it-2-E 241)

Dhiironni sanyii Aaron taʼan tajaajila lubummaa raawwatu turan. Leewwonni kaan immoo isaan gargaaru turan. Haaluma wal fakkaatuun, gumii Kiristiyaanaa yeroo harʼaatti argamu keessatti, dhiironni muraasni itti gaafatamummaa guguddaa fudhatanii hojjetu; warri kaan immoo hojiiwwan barbaachisoo taʼan kaan hojjetu.

Obboleessi dargaggeessa taʼe tokko ajaja barreeffamaa gumiichaa xiyyeeffannaadhaan ilaalaa jira. Obboleessi kan biraan immoo isa ilaalee seeqaa jira.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi