LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 10
  • “Ani . . . Dhaala Kee Ti”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Ani . . . Dhaala Kee Ti”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Saba Isaa kan Geggeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Kooruu fi Garmalee Ofitti Amanamuu Irraa Of Eegaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaa Gaafachuu Keessan Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yihowaan Gaʼaa Kooti!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 10

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Ani . . . Dhaala Kee Ti”

Yihowaan mirga tajaajilaa gatiidhaan hin shallagamne lubootaa fi Leewwotaaf kenneera (Lak 18:6, 7)

Gosti Leewwii lafa dhaalaan argate hin qabu ture; kanaa mannaa, dhaalli isaa Yihowaa ture (Lak 18:20, 24; w11 9/15 13 key. 9)

Sabichi Leewwotaa fi tajaajila lubummaa deggeruuf oomisha isaa keessaa kurnoo fida ture (Lak 18:21, 26, 27; w11 9/15 7 key. 4)

Yihowaan lubootaa fi Leewwotaaf wanta jireenyaaf isaan barbaachisu akka isaaniif guutu waadaa galee ture. Isa tajaajiluuf aarsaa yoo kaffalle nuunis akka deggeru amantii qabaachuu dandeenya.

Suuraawwan garaa garaa: Yihowaan tajaajiltoota isaatiif karaa qaamaa wanta isaan barbaachisu ni kenna. 1. Obboleettiin takka poostaa keessa maallaqa kaaʼaa jirti. 2. Poostaan sun balbala jala kaaʼamee jira. 3. Haati qeenxee taate takka intala ishii hammattee maallaqa poostaa keessa jiru ilaalaa jirti.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi