LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 11
  • Ebla 12-18

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 12-18
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 11

Ebla 12-18

LAKKOOFSA 20-21

  • Faarfannaa 114 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yeroo Qoramtanitti Garraamummaa Keessan Eeggadhaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 20:23-27—Amala Aaron yeroo adabbiin isaaf kennametti argisiisee irraa barumsa akkamii arganna? Aaron balleessaa kan raawwate taʼus akkaataa Yihowaan itti isa qabe irraa hoo barumsa akkamii arganna? (w14 6/15 26 key. 12)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 20:1-13 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Haasaa: (Daq. 5) g 4/15 11—Mata Duree: Aarii Koo Toʼachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti? (th qoʼannaa 16)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 90

  • “Dubbii Gaarii Ijaaruuf Gargaaru Dubbadhaa”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Dubbiin sirrii hin taane ykn gungumuun warra kaan kan miidhu akkamitti? Obboleessi viidiyoo kana irra jiru sirreeffama gochuuf wanti isa gargaare maali dha?

  • Dhiibbaa Hiriyaa Dandamadhaa!: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo gabatee animeeshinii adii taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Namoota hedduu irra dhiibbaa akkamiitu gaʼa? Baʼuu 23:2 irraa gorsa akkamii arganna? Tarkaanfiiwwan dhiibbaa hiriyaa moʼuuf nu gargaaran afur kamfaʼi?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 7 key. 16-23

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 129 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi