LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 11
  • Yeroo Qoramtanitti Garraamummaa Keessan Eeggadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Qoramtanitti Garraamummaa Keessan Eeggadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Haalli Keenya Jijjiiramuyyuu Akkuma Waaqayyo Duratti Fudhatama Argannetti Jiraachuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Garraamummaa Barbaaduudhaan Yihowaa Gammachiisaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Jaalalli Yihowaadhaaf Qabdan Hammam Cimaa Akka T⁠a⁠ʼe Argisiisuu Keessan Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 11
Obboleessi dargaggeessi tokko walgaʼii irratti argamuuf manaa baʼaa jira. Abbaan isaa inni Dhugaa Baatuu hin taane utuma isatti iyyuu tasgabbaaʼee jira. Manicha keessa fakkiiwwan waaqeffannaa fi mukti ayyaana qillee jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yeroo Qoramtanitti Garraamummaa Keessan Eeggadhaa

Museen yeroo dhiibbaan isa irra gaʼee fi dhiphatetti garraamummaan isaa qorameera (Lak 20:2-5; w19.02 12 key. 19)

Museen yeroo muraasaaf garraamii utuu hin taʼin hafee ture (Lak 20:10; w19.02 13 key. 20-21)

Musee fi Aaron cubbuu cimaa waan hojjetaniif Yihowaan isaan adabeera (Lak 20:12; w09-AM 9/1 19 key. 5)

Namni garraamii taʼe dafee hin aaru, hin kooru ykn of hin jaju. Yeroo namni isa miidhutti illee obsa argisiisuu isaa itti fufa, hin dheekkamu, haaloo hin qabatu ykn haaloo baʼuuf hin yaalu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi