LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 12
  • Ebla 19-25

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ebla 19-25
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 12

Ebla 19-25

LAKKOOFSA 22-24

  • Faarfannaa 8 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Abaarsa Gara Eebbaatti Jijjiira”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Lak 22:20-22—Dheekkamsi Yihowaa Balaʼaam irratti kan bobaʼe maaliifi? (w04-AM 8/1 27 key. 3)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Lak 23:11-26 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • “Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Dubbii Waaqayyootti Fayyadamaa” (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Humna Dubbiin Waaqayyoo Qabu Akka Hubatan Gargaaruudhaan jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) fg barumsa 5 key. 3-4 (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 38

  • “Yihowaan Ariʼatama Gara Dhugaa Baʼuutti Jijjiira”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gaafannoo Obboleessa Keenya Dimitrii Mikhaaloviif Godhame jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 7 key. 24-30 fi saanduqa 7B

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 21 fi Kadhanna

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi