LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 2
  • Waaqeffannaan Mana Qulqullummaa Akka Gaariitti Gurmaaʼe

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqeffannaan Mana Qulqullummaa Akka Gaariitti Gurmaaʼe
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Tajaajila Leewwotaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Qajeelfama Murtii Qajeelaa Kennuuf Gargaaru
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Seerichi Yihowaan Hiyyeeyyiidhaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Barumsa Buufata Israaʼel Irraa Argannu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Waaqeffannaan Mana Qulqullummaa Akka Gaariitti Gurmaaʼe

Daawit Mootichi hojii mana qulqullummaatiif Leewwotaa fi luboota gurmeesse (1Se 23:6, 27, 28; 24:1, 3; it-2-E 241, 686)

Ogeeyyiin muuziqaa fi warri leenjiʼaa jiran tajaajila muuziqaatiif ramadaman (1Se 25:1, 8; it-2-E 451-452)

Leewwonni karra eegdota, itti gaafatamtoota manneen kuusaa fi itti gaafatamtoota wantoota kan biroo akka taʼan ramadaman (1Se 26:16-20; it-1-E 898)

Obboloonnii fi obboleettonni walgaʼii gumii dura. 1. Nagaa wal gaafachaa fi haasaʼaa jiru. 2. Obboleessi tokko wanta gabatee beeksisaa irratti maxxanfame tokko obboleettii takkaaf ibsaa jira. 3. Obboleettiin takka saanduqa buusii keessatti buusii gochaa jirti. 4. Obboleessi kutaa barreeffamaa keessaa hojjetu obboleettii takkaaf barreeffama kennaa jira. 5. Obboleessi tokko waltajjii irraa maayikiraafoonii sirreessaa jira. 6. Obboleessi tokkoo fi ilmi isaa qulqulleessaa jiru.

Yihowaan Waaqa gurmaaʼe waan taʼeef, nutis karaa gurmaaʼeen isa waaqeffanna.—1Qo 14:33.

KANA IRRATTI XIINXALI: Yeroo harʼaa gumiin Kiristiyaanaa waaqeffannaadhaaf sirriitti kan gurmaaʼe akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi