LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 2
  • Barumsa Buufata Israaʼel Irraa Argannu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barumsa Buufata Israaʼel Irraa Argannu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Saba Isaa kan Geggeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Wareega Keessan Raawwadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Tajaajila Leewwotaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Barumsa Buufata Israaʼel Irraa Argannu

Dhiironni muudaman tajaajila qulqulluu irratti dursa fudhatanii hojjetu (Lak 7:10; it-1-E 497 key. 3)

Sabni Waaqayyoo akka gaariitti gurmaaʼuu fi qindaaʼuu qabu (Lak 7:11; it-2-E 796 key. 1)

Yihowaan humna tokkoon tokkoon namootaa beeka (Lak 8:25, 26; w04-AM 8/1 25 key. 1)

Yihowaan akkuma Israaʼelota gurmeesse, saba isaa yeroo harʼaa jiranis gurmeesseera. Haa taʼu malee, inni tokkoon tokkoon keenya ni arga, akkasumas carraaqqii dhuunfaatti isa tajaajiluuf goonu ni hubata.

Suuraawwan garaa garaa: Obboloonni muudaman adda durummaadhaan sochiiwwan gumii irratti hirmaachaa jiru. 1. Jaarsi gumii tokkoo fi obboleessi dargaggeessi tokko barcuma Galma Walgaʼii qulqulleessaa jiru. 2. Jaarsi gumii tokko garee manaa gara manaa tajaajilaa jiru geggeessaa jira. 3. Jaarsi gumii tokko walgaʼii jaarsolii irratti kadhannaa dhiheessaa jira.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi