Muddee 27–Amajjii 2
ABBOOTII MURTII 13-14
Faarfannaa 134 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Barumsa Warri Maanoʼaa fi Haadha Manaa Isaa Irraa Argachuu Dandaʼan”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Abo 14:2, 3—Dubartiin Filisxeem tun Saamsoniif ni ‘taati’ kan jedhamu akkamitti ture? (w05-AM 3/15 26 key. 1)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 14:5-20 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
“Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Barattoonni Keessan Nyaata Hafuuraa Akka Of Sooran Isaan Barsiisaa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barattoota Kitaaba Qulqulluu Keessan Gargaaraa–Karaa Hafuuraa Akka Of Sooran jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 02 “Maal Baratte?,” “Irra Deebii” fi “Galma” (th qoʼannaa 17)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 18 key. 1-8 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 148 fi Kadhannaa