Muddee 20-26
ABBOOTII MURTII 10-12
Faarfannaa 127 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Yiftaan Nama Hafuuraa Ture”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Abo 10:1-18 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree jalqabuuf tiraaktii Macaafa Qulqulluudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda? jedhamu fayyadami. (th qoʼannaa 1)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenni. (th qoʼannaa 4)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lffi barumsa 02 qabxii 5ffaa (th qoʼannaa 3)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Ijoollummaa Isaatii Kaasee Jireenyi Isaa Yihowaadhaaf kan Murtaaʼe Ture: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii gaafadhu: Viidiyoon kun (a) faayidaa leenjii, (b) faayidaa ijoollummaatti Yihowaadhaaf of murteessuu, akkasumas (c) jaarmiyaan Yihowaa akka nutti fayyadamu of dhiheessuu maal isin barsiise?
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 17 key. 15-21
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 55 fi Kadhannaa